Kuunii sagalee abbaa alangaa godina jimmaa kan tora interneetii irrattii tamsaafamuudhaa. Tamsaasa fm WAAGJ kallaattidhaan hordoofuuf linkii www.mhaagj.org jedhuu fayyadamuu ykn Google jalattii Jimmaa Attorney FM jechuun search goochun Sagalee Abbaa Alangaa Godina Jimmaa kenya dhageffachuun baasii tokkoo malee boohartidhan bekkumsa seeraa kessan gabbifachuu dandeessuu. ይህ የጅማ ዞን አቃቤ ህግ ፅህፈት ቤት የFM ድምፅ ነው። ስርጭታችንን ለማዳመጥ የፅፈት ቤቱን ኦፊሴላዊ ድህረገፅ www.mhaagj.org በመጠቀም አልያም በጎግል Jimmaa Attorney Fm ብለው በመፈለግ ያገኙናል። ስርጭታችንን በማድመጦ እየተዝናኑ የህግ አውቀቶትን ያዳብራሉ። Jimma Attorney FM is a podcasting service.
under hpel
--- Send in a voice message: https://podcasters.spotify.com/pod/show/hpelsocio/messagebu’uura Labsii lakk.214/2011, Mana Hojii Abbaa Alangaa Waliigalaa Oromiyaa Hundeessuuf baheen aangoofi gahee hojii Mana Hojichaa gama qorannaa yakkaa gaggeessuu, qorannaa yakkaa hoogganuu fi Galmee qorannoo irratti bu’uura seeraatiin Murtii kennuun ifaan taa’ee jira . seera Deemsaa Falmii yakkaa biyya keenyaa jalatti gahee Abbaa Alangaa galmee qorannoo waliin walqabateee murtii kennuu akka danda’u .Akkasumaas JBAH dhimmoota yakka adda addaa irra deebiin qoratamee bahe jalattiis Gaheen abbaa Alangaa Galmee qorannaa yakkaa waliin walqabatee hojmaata ifa ta’een deeggaruun tajaajila si’ataafi qulqullina qabu kennuun Labsicha hojiirra oolchuuf taa’ee jira.
Gahee fi Aangoo Abbaa Alangaatiif seeraan kenname keessaa Galmee Yakkaa adeemsa qorannoo irra jiruu fi kan qorannoon isaa xumurame irratti murtii kennuun isa tokkoo dha. Galmeen qorannoo tokko mirga nama baayyee kan ofkeessatti hammatee dha . mirga nama yakkaan shakkamee, mirga miidhamaa dhuunfaa fi dantaa mootummaa ykn ummataa qabaachuu danda’a. kanaaf Xiyyeeffannaa guddaadhaan dhimma ilaalamuu qabu akka tahe hubachuun barbaachisaa dha.
Akka qajeeltootti Namni Yakkaan miidhamee fi Ummatni bal’aan tilmaamni sirrii isaan qaban namni yakka raawwate seeraaf dhiyaatee haqni akka bahuudha.Tilmaani kunii fi mirgi miidhamaa sababa shakkamaan seeraaf dhiyaatee himatamee haqni hin mirkanoofneef wanta caljedhamee bira darbamuu miti. mirgootni kunii fi Tilmaamni kunneen akka garee hundaafu qixa ta’eetti madaalliin isaa eegamuu qaba.1
Barreeffama qorannoo gabaabaa kanaanis galmee qorannoo cufuu fi bu’aa galmee qorannoo cufuun qaamolee kanneen irratti qabu ,ilaalchisee seera sakatta’uun hanqina jiru kan ilaallu ta’a.
Amanda is a wife. A mother. A blogger. A Christian.
A charming, beautiful, bubbly, young woman who lives life to the fullest.
But Amanda is dying, with a secret she doesn’t want anyone to know.
She starts a blog detailing her cancer journey, and becomes an inspiration, touching and
captivating her local community as well as followers all over the world.
Until one day investigative producer Nancy gets an anonymous tip telling her to look at Amanda’s
blog, setting Nancy on an unimaginable road to uncover Amanda’s secret.
Award winning journalist Charlie Webster explores this unbelievable and bizarre, but
all-too-real tale, of a woman from San Jose, California whose secret ripped a family apart and
left a community in shock.
Scamanda is the true story of a woman whose own words held the key to her secret.
New episodes every Monday.
Follow Scamanda on Apple Podcasts, Spotify, or wherever you listen.
Amanda’s blog posts are read by actor Kendall Horn.